Inaaffaa
Popularity · Low
YouTube
Searching YouTube...
Lyrics
An otuman sitti hima jedhu
Kan ormaa taate maal godhuu
Hardha boriitu kana fidee
Garaan kommo si malee
Kunoo hardhas ammas didee
An otuman sitti hima jedhuu
Kan ormaa taate maal godhuu
Hardha boriitu kana fidee
Garaan kommo si malee
Kunoo hardhas ammas didee
Kunoo hardhas an nan jiraa
An gaabbidhaan.quba nyaachaa
Takka si dhabee maalan fida
Nan jiraadha otuu jeechaa
Maaloo na qarqaarii kaa
Lakki isaa qarqaarii kaa
Maaloo na qarqaarii kaa
Mee maalo isa qarqarii kaa
An ammayyu jaalala keen
Dhibamsisa yoon galee maalan dhiisaa
Maloo na qarqaarii kaa
Mee maaloo isa qarqaarii kaa
An ammayyu otoon arguu
Homaa hin arguu
Jaalala keetu natti ta'ee daguu
Maloo na qarqaarii kaa
Mee maaloo isa qarqaari kaa
An otuma sitti hima jedhuu
Kan ormaa taate maal godhuu
Hardha boriitu kana fidee
Garaan koommo si malee
Kunoo hardhas ammas didee
At homaa hin goone badiin kan koo
Koodhetti haafeetan si dhabuun koo
Otuun sitti himee guyya sana
Maafan gaabba maafan raafamaa
Maloo na qarqaarii kaa
Lakki isaa qarqaarii kaa
Maloo na qarqaarii kaa
Mee maaloo isa qarqaarii kaa
At ammayyu naaf hin beeknee
Waan keessa koo
Jaalala keen miidhamuu koo
Maaloo na qarqaarii kaa
Mee maaloo isa qarqaarii kaa
At ammayyu naaf hin beekne
Enyuutu sitti hima jaalala Keetin nan raarfamaa
Maaloo na qarqaarii kaa
Mee maloo isa qarqari kaa
Maloo na qarqaarii kaa
Mee maaloo isa qarqaarii kaa