Skip to content

Nama hin gatu

Afaan Oromo Gospel Song
Popularity · Low

YouTube

Searching YouTube...

Lyrics

Nama hin gatuu Nama hin gatuu Yesuus Nama hin gatuu Innoo abbaa hundaati Nama hin gatuu Yesus nama hin gatuu Isaaf ha galatu Nama hin gatu Nama hin gatu ooo Nama hin gatu ooo Nama hin gatu oooo Innoo abbaa hundaati Nama hin gatu ooo Yesuus nama hin gatu Isaaf ha galatu Nan hirraanfatu ooo Nan hirranfatu ooo Nan hirranfatu ooo Innoo abbaa hundaati Nan hirranfatu ooo Yesuus nan hirranfatu Isaaf ha galatu Eennyutu naaf yaade Eenyut naaf argee dadhabbiko Oljedhee adeemuu hin dandahu anoo qophaakoo Jedhee yemmuun yaadee Yesuus naaf kahee na jabeessera Sagalee isaa ergee ija jabuumman na dhaabera Nama hin gatu Nama hin gatu ooo Nama hin gatu oooo Innoo abbaa hundaati Nama hin gatu ooo Yesuus nama hin gatu Isaaf ha galatu Nan hirraanfatu ooo Nan hirranfatu ooo Nan hirranfatu ooo Innoo abbaa hundaati Nan hirranfatu ooo Yesuus nan hirranfatu Isaaf ha galatu Hakeen argee kan na gargaaree baroota sanaa Namni naan geenye yoon kufee kahuu dhabee boqonnaa Si duwwaan arge na bira dhaabate kan anaaf maluu Namarraa kaasee an ijakoo sitti gale koolu Nama hin gatu Nama hin gatu ooo Nama hin gatu oooo Innoo abbaa hundaati Nama hin gatu ooo Yesuus nama hin gatu Isaaf ha galatu Nan hirraanfatu ooo Nan hirranfatu ooo Nan hirranfatu ooo Innoo abbaa hundaati Nan hirranfatu ooo Yesuus nan hirranfatu Isaaf ha galatu Guyyaa rakkinaaf qoromsa gidduu yeroon darbee Ba'aan duddakoo natti ulfaatee yemmuun dadhabe Enyutu dandahee kanatti na furaa jedhee yemmuun yaade Yesuus naaf gahe rakkoo kaleessaa dhabe barbaadee Nama hin gatu Nama hin gatu ooo Nama hin gatu oooo Innoo abbaa hundaati Nama hin gatu ooo Yesuus nama hin gatu Isaaf ha galatu Nan hirraanfatu ooo Nan hirranfatu ooo Nan hirranfatu ooo Innoo abbaa hundaati Nan hirranfatu ooo Yesuus nan hirranfatu Isaaf ha galatu