Skip to content
Lyric
Dive
Public playlists
My playlists
Search
Sign in
Mee Maali?
Remedan Chimesa
Popularity ยท Low
+
๐ธ๐ด Somali ยท Original
0
0
YouTube
Searching YouTube...
Lyrics
Original
Translation
Bilingual
Nan gaggaafadha nan iyyaafadhaa
Karrashii dhaqeen ala dhaabadhaa
Ishee nan bantu an hin saaqadhuu
Mee akkamin lixee an ishee haa fudhuu
Na hattee nan hatameefi
Na boojitee nan booji'ameefi
Na boojitee nan booji'ameefi
Na hattee nan hatameefi
Na boojitee nan booji'ameefi
Na boojitee nan booji'ameefi
Qalloon kuni jabdhuudhuma natti seentee
Onnee nahatte maali malli, maali malli
Qalloon kuni jabdhuudhuma natti seentee
Onnee nahatte maali malli, maali malli
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
ย
Utuun xuuxee xuxxuxuxee
Mormaan jala lixee gororashii gororashii
Mormaan jala lixee gororashii
Utuun suufee sussuusufee
Mormaan jala lixee shuruufkaashii shuruufkaashii
Mormaan jala lixee shuruufkaashii
Guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
An of quban qabu gaarummaakeen kadha
Utuun si argadhee Kolfii hin qabu daangaa
Utuun si arginuu Kudhan ofiin Oodaa
Guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
An of quban qabu gaarummaakeen kadha
Utuun si argadhee Kolfii hin qabu daangaa
Utuun si arginuu Kudhan ofiin Oodaa
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
ย
Siifan jooree jajjawaaree
Karaa mana keeti mamamaaree mamamaaree
Karaa mana keeti mamamaaree
Utuun simboo keessan laalee
Ijaan si milladhee dararkaawee dararkaawee
Ijaan si milladhee dararkaawee
Guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
An of quban qabu gaarummaakeen kadha
Utuun si argadhee Kolfii hin qabu daangaa
Utuun si arginuu Kudhan ofiin Oodaa
Guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
An of quban qabu gaarummaakeen kadha
Utuun si argadhee Kolfii hin qabu daangaa
Utuun si arginuu Kudhan ofiin Oodaa
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallii mee maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Mee maali mallikoo maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
Maaloo maali mallii
ย