Kunoo
Abush Zeleke
Popularity · Low
YouTube
Searching YouTube...
Lyrics
Kunoo haga koo haga ofii beekee anii si dhabnaan
Kunoo haga ofii beekee Si dhabnaan
Kunoo haga koo haga ofii beekee anii si dhabnaan
Kunoo haga ofii beekee Si dhabnaan
Beenu sin barbaaduu si arguun feedhu
Beenu sin barbaadu kan sin jedhe amman gaabbe kunoo anii
Beenu sinjaaladhu sii arguu hinfedhu
Beenu sinjaaladhu kan sin jedhe amman gaabbe kunoo anii
Dhiifama naf goota maalo sii eega ree
Moo achumaan haftee gada natti taata ree
Dhiifama naf goota anoo sii eega ree
Moo achumaan haftee gada natti taata ree
Nama akka kee hinargu kana danda'e jiratu
Nama akka kee hinargu kana dandahee jiraatuu
Nama akka kee hinargu kana danda'e jiratu
Nama akka kee hinargu kana daandaahee jiraatuu
Kunoo haga koo haga ofii beekee anii si dhabnaan
Kunoo haga ofii beekee Si dhabnaan
Kunoo haga koo haga ofii beekee anii si dhabnaan
Kunoo haga ofii beekee Si dhabnaan
Kan booruu hin laalee kan arra
Kam booru hin laale silaa sila sii na dhowwani
Kan hegeree hin yaadnee kan hardha malee
Kan hegere hin yaadne silaa sila offirraa si na dhoowwanii
Garaa naa laafta moo anoo siin eega ree
Moo achumaan hafte gadda natti taata ree
Garaa naa laafta moo anoo siin eega ree
Moo achumaan hafte gadda natti taata ree
Aboo natti hin callisiin wan an kessajiru yo dhageette
Aboo natti hin callisiin waan an keessaa jiru yo dhageette
Yo dhageette
Yoo dhageettee
Yo dhageette
Yoo dhageettee
Yoo dhageette